Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Aayerlaandi

Odeeffannoo Gabaabaa—Aayerlaandi

  • 7,052,000—Baayʼina uummataa
  • 7,974—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 121—Gumiiwwan
  • 1 nama 907f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BARREEFFAMOOTA QOPHEESSUU

Afaanota Aayerlaandii fi Biritaaniyaa Keessatti Dubbatamaniin Misiraachicha Lallabuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota afaanota Aayerlaandii fi Biritaaniyaa keessatti dubbataman dubbatan haasofsiisuuf carraaqqii guddaa gochaa jiru. Deebii akkamii argatan?

TAJAAJILA

Naannoo Fagoo Deemanii Tajaajiluu—Aayerlaandi

Maatiin tokko naannoo fagoo deemanii tajaajiluu isaaniitti akkamitti akka walitti dhihaatan dubbatu.

Dabalataan Ilaali