Dhimma ijoo ta'etti seeni

Saayinsii fi Kitaaba Qulqulluu

Saayinsii fi Kitaabni Qulqulluun wal simuu? Kitaabni Qulqulluun dhimmoota saayinsii wajjin wal qabatan yeroo kaasutti, wanta sirrii dubbataa? Addunyaan uumamaa maal akka mulʼisuu fi saayintistonni qorannaa gaggeessan dhimma kana ilaalchisee maal akka jedhan ilaali.

DAMMAQAA!

Dandeettii Odeeffannoo Qabachuu DNA

DNAdhaaf maqaan, “Meeshaa kuusaa wanta ittiin qixxaatu hin qabne” jedhu kennameera. Maaliif akka taʼe baradhu.

DAMMAQAA!

Dandeettii Odeeffannoo Qabachuu DNA

DNAdhaaf maqaan, “Meeshaa kuusaa wanta ittiin qixxaatu hin qabne” jedhu kennameera. Maaliif akka taʼe baradhu.

Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Wantoota qophaaʼan

Jireenyi Uumamaan Argamee?

Madda jireenyaa ilaalchisee wanti itti amantu jijjiirama fida.

Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Deebii Argachuu Qaban Shan

Jijjiirama tirannaa ykn uumamatti amanuu ilaalchisee ragaawwan jiran qoruudhaan murtoo dhuunfaa godhi.