Dhimma ijoo ta'etti seeni

Odeeffannoo Abbootii Taayitaatiif Taʼu

Kutaan kun Dhugaa Baatota Yihowaa ilaalchisee odeeffannoo abbootii taayitaa mootummaatiif taʼu qabateera.

Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan

Biyyoota Dhugaa Baatonni Yihowaa sochii amantii isaanii wajjin wal qabate waan godhanii fi mirgoota namummaa buʼuuraatti waan fayyadamaniif mana hidhaa galanii fi yeroo tokko immoo haala rakkisaa keessatti dararamaa jiran.

Matadureewwan