Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Jaappaan

  • Jaappaan, magaalaa Tookiyootti, Weebsaayitii jw.org jedhamutti fayyadamanii dubartii dhagaʼuu hin dandeenye tokkotti ergaa Macaafa Qulqulluu yommuu himan

Odeeffannoo Gabaabaa—Jaappaan

  • 124,752,000—Baayʼina uummataa
  • 214,457—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 2,888—Gumiiwwan
  • 1 nama 583f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Biyya Baha Biiftuutti Ifni Mulʼachuu Jalqabe

Konkolaattonni haala adda taʼeen hojjetamaniifi “Yehuu” jedhaman hojiin Mootummichaa Jaappaan keessatti akka guddatu gargaaraniiru.