Dhimma ijoo ta'etti seeni

Egzibiishinii Kitaaba Qulqulluu Maqaa Yihowaatiif Ulfina Fidu

Egzibiishinii Kitaaba Qulqulluu Maqaa Yihowaatiif Ulfina Fidu

Egzibiishiniin Kitaaba Qulqulluu bara 2013tti waajjira muummeetti erga banamee kaasee, Kitaabonni Qulqulluun gatii guddaa qabanii fi baayʼinaan hin argamne hedduun akka kennaatti kennamaniiru. Kitaabonni kunis kitaaba Complutensian Polyglot jedhamu, akkasumas maxxansawwan jalqabaa lamaan Kitaaba Qulqulluu King James fi Erasmus’ Greek “New Testament” jedhamu kan dabalatani dha.