Hawaasa Gargaaruu

HAWAASA GARGAARUU

Galmi Walgaʼii Hawaasa Naannoo Sanaa kan Fayyadu Akkamitti?

Naannoo isaanii Galma Walgaʼiin jiraachuu isaatti miiraa namootatti dhagaʼame hubachuuf yaalaa.

HAWAASA GARGAARUU

Galmi Walgaʼii Hawaasa Naannoo Sanaa kan Fayyadu Akkamitti?

Naannoo isaanii Galma Walgaʼiin jiraachuu isaatti miiraa namootatti dhagaʼame hubachuuf yaalaa.

Barumsa Kitaaba Qulqulluutiin Jibba Halaalaa Mooʼuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa sanyiin hundi fuula Waaqayyoo duratti walqixa akka taʼan amanu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Magaalaa Roostoov Oon Doon Bareechuu Irratti ni Hirmaatan

Magaalaan Raashiyaa Roostoov Oon Doon, Dhugaa Baatoonni Yihowaa tibba arfaasaatti magaalattii bareechuu irratti waan hirmaataniif xalayaa galataa kenneeraaf.

Yommuu Balaan Uumamu, Jaalalli Gargaarsa Kennuuf Nu Kakaasa

Dhugaa Baatonni Yihowaa biyyoota hedduu keessa jiraatan namoota rakkinni isaan irra gaʼeef gargaarsa kennaniiru.

Dargaggoonni Dhiibbaa Mana Barumsaatti Ijoolleen Abbaa Humnaa Taʼan Isaan Irra Geessisan Moʼuuf Gargaarsa Argatan

Huugoon, ijoolleen dhiibbaa abboonni humnaa isaan irra geessisan akka moʼan waan gargaareef badhaasa Diyaanaa Awaardi argate. Mucaan kun gama kanaan kan isaaf milkaaʼe akkamitti?

Taayilaandi Keessatti Barattoonni Milkaaʼina Akka Argatan Gargaaruu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Taayilaanditti argaman barattoonni milkaaʼina akka argatan gargaaruuf duula geggeessan. Daayirektaroonni, barsiisonnii fi warri maal jedhan?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Hangaarii Keessatti Argaman Balaa Lolaan Geessisu Ittisuu Irratti Hirmaachuu Isaaniitiif Ni Galateeffataman

Lagni Daaniyuub Hangaarii keessatti argamu garmalee guute. Dhugaa Baatonni Yihowaa hojii lolaa ittisuu abbootii taayitaa biyyattiitiin gurmaaʼe irratti hirmaataniiru.

Namni Hojiin Isaa Ibidda Dhaamsuu Taʼe Tokko Hojii Irra Utuu Hin Jiraatin Lubbuu Baraare

Garee ibidda dhaamsuu fi Dhugaa Baatota Yihowaa Faransaayi keessaa tokko kan taʼe Seerji Jaaraardin yeroo balaan tokko uumametti lubbuu baraare.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Godaantota Qabaman Waan Gargaaraniif Waraqaa Galataa Argatan

Dhugaa Baatonni Yihowaa Awustiraaliyaa keessatti argaman sagal, godaantota qabamaniif gargaarsa addaa akkamii godhan?

JW.ORG​—Weeb Saayitii Jireenya Namaa Fooyyessaa Jiru

Namoonni gosa garaa garaa jw.org akkamitti isaan gargaaraa akka jiru dubbatu.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Warri Ijoollee Isaanii Miidhaa Saalaa Irraa Akka Eegan, Ijoolleenis Akka Of Eegan Barsiisu

Dhugaa Baatonni Yihowaa, waggoota hedduudhaaf, barreeffamoota maatiin hariiroo gaarii qabaachuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe ibsan qopheessanii raabsaa turaniiru.

Lolaa Cimaa Filippiinsiin Mudate​—Amantiin Diinummaa Moʼe

Yeroo lolaa cimaan Suupper Taayifuun Haaʼiyaan jedhamu Filippiinsi mudatetti wanta taʼe namoonni irraa oolan ni dubbatu

Lolaa Albartaatti Mudate

Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota lolaa Albartaa, Kaanaadaatti mudateen miidhaman kan gargaaran akkamitti?

Kitaabni Seenaa Macaafa Qulqulluu Jedhamu Mana Barumsaatti Geeffame

Kitaabni Seenaa Macaafa Qulqulluu ijoollee Filippiinsi afaan Paangaazinan dubbatan gargaaraa jira. Akkamitti?