Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

JW LAAYIBIRARII

Qabiyyeewwan JW Laayibirarii

Qabiyyeewwan JW Laayibirarii

Kitaaba Qulqulluu Fayyadamuuf Wantoota Si Gargaaran

  • Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu garaa garaa keessaa filadhu.

  • Lakkoofsa caqasa tokkoo tuquudhaan hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu garaa garaa wal bira qabii ilaali.

  • Mallattoo miiljalee ykn qubee odeeffannoo dabalataatti geessu tuquudhaan yaadawwan dabalataa ilaali

 

Wanta Barbaaddu Argachuu

  • Qabiyyee barreeffama bantee jirtuu ilaaluuf gara bitaatti ykn gara mirgaatti harkisi.

  • Bakka dubbisaa turtee itti fufuuf caqasa ykn boqonnaa tokko irratti mallattoo (bookmarks) kaaʼadhu.

  • Wanta dhiheenyatti dubbiste argachuuf kutaa history jedhutti fayyadami.

  • Barreeffama dubbisaa jirtu keessaa waa barbaaddachuuf mallattoo barbaaduuf gargaarutti fayyadami.

  • Barreeffamoota walgaʼiidhaaf si barbaachisan ilaali.