DAMMAQAA! Lakk. 6 2016 | Dhukkuba—Irraa Of Eeguu kan Dandeessu Akkamitti?

Dhukkuboonni dhufanii fi deebiʼanii kaʼan fayyaa kee balaadhaaf saaxilu. Wantoonni dhukkubaaf si saaxilanii fi tooftaa itti of irraa isaan ittistu maali dha?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dhukkuba—Irraa Of Eeguu kan Dandeessu Akkamitti?

Qaamni kee guyyaa guyyaadhaan diinota ijaan hin argamnee fi sagalee hin qabneen, garuu immoo nama ajjeesuu dandaʼanii wajjin waraana irra jira.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dhukkuba Irraa Of Eegi

Wantoota dhukkubaaf si saaxilan shanii fi tooftaalee gaarii dhukkuba of irraa ittisuuf si gargaaruu dandaʼan ilaali.

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Maariin Maasil Wanta Tokkotti Maxxanuuf Qabu

Maariin maasil foʼaadhaan wanta tokkotti rarraʼa. Akkaataa kun itti hojjetu beekun, mala haaraa fi fooyyaʼaa meeshaalee ijaarsaa ykn maashaalee lafee wajjin wal qabsiisuu hojjechuuf gargaaruu dha.

MAATIIDHAAF

Kabaja Argisiisuu—Akkamitti?

Gaaʼela keessatti kabaja argisiisuun yeroo nutti tolu qofa kan goonu miti; wanta gochuu qabnuu dha. Hiriyaa gaaʼelaa kee akka kabajju akkamitti argisiista?

SEENAA IRRAA MAAL BARANNA

Deesiideeryus Iraasmas

“Nama bara haaromsaa kanattis addunya maratti beekamtii argate” jedhamee waamameera. Wanti beekamti isaaf argamsiisee maali dha?

Kilaawun Fiishi Isa Dinqisiisaa

Qurxummiin halluu garaa garaa qabuu kun itti michoome jiraata. Wanti michooma kana adda taasisuu maali dha? Kun taʼuun isaa hoo faayida maali qaba?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Saʼaatii Kabajuu

Saʼaatii kabajuunis taʼe barfachuun maqaa kee irratti dhiibbaa fida. Kitaabni Qulqulluun amala gaarii kana ilaalchisee maal jedha? Saʼaatii kabajuu barachuu kan dandeessu akkamitti?

Baafata Mata Duree Dammaqaa! 2016

Mata dureewwan maxxansa 2016 tartiibaan baʼan.

Wantoota garabiraa

Miʼawwan Kee Sirriitti Kaaʼi

Yihowaan wanta hunda iddoo iddoo isaa kaaʼe. Atis miʼawwan kee seeraan kaaʼachuu fi qulqulluu taʼuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu!

Kitaabni Qulqulluun Ayyaana Qillee Ilaalchisee Maal Jedha?

Seenaan barsiifatawwan Ayyaana Qillee wajjin wal qabatan shanii si dinqisiisuu dandaʼa.