Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MASARAA EEGUMSAA Lakk. 1 2018 | Kitaabni Qulqulluun Bara Keenyaaf ni Hojjetaa?

KITAABNI QULQULLUUN BARA KEENYAAF NI HOJJETAA?

Addunyaa odeeffannoon akka gaariitti itti argamuu fi gama teknooloojiitiin sadarkaa guddaa irra gaʼe kana keessatti Kitaabni qulqulluun faayidaa qabaa? Kitaabni Qulqulluun akkana jedha:

“Kitaabni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffame siʼa taʼu . . . ni fayyada.”—2 Ximotewos 3:16.

Masaraan Eegumsaa kun Kitaabni Qulqulluun qajeelfama jireenya keenya keessatti nu fayyadu akkamitti akka nuuf kennu ibsa.

 

Qajeelfamni Kitaaba Qulqulluu Bara Keenyaaf ni Hojjetaa?

Odeeffannoon haaraan hedduun utuu jiruu kitaaba waggaa 2,000 dura barreeffametti kan fayyadamnu maaliifi?

Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu​—Ogummaa Yeroon Itti hin Darbine

Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu yeroon kan itti darbee fi beekumsa haaraadhaan kan bakka buufaman utuu hin ta‵in, qajeelfamoota faayidaa qabanii fi yeroo keenyaaf hojjetan kan qabatani dha.

Kan Yeroon Itti Darbe moo Bara Isaa kan Durse?

Kitaabni Qulqulluun kitaaba saayinsii miti. Taʼus saayinsii ilaalchisee wantoota si dinqisiisan hedduu qabateera.

Rakkina Hambisuuf Gargaara

Ogummaan Waaqayyoo namoonni rakkoowwan ciccimoo jireenya keessatti isaan mudatan akka hambisan akkamitti akka isaan gargaare ilaali.

Rakkina Furuuf Gargaara

Kitaabni Qulqulluun rakkoowwan yeroo dheeraadhaaf turanii fi humna nu dhabsiisan kan akka yaaddoo cimaa, harʼa bor jechuu fi kophummaa furuuf nu gargaara.

Help to Cope With Problems

Rakkoowwan hambisuunis taʼe furuu hin dandeenye kan akka duʼaa fi dhukkuba hin fayyinee jiran dandamachuun kan dandaʼamu akkamitti?

Kitaaba Qulqulluu fi Abdii Kee Gara Fuulduraa

Dubbiin Waaqayyoo wanta fuuldura keenya jiru, jechuunis rakkoowwan addunyaa gabii hin qabne kana keessatti hunduma keenya guyyaa guyyaadhaan mudatan dandamachuuf nu gargaaruu dandaʼa. Yeroo gara fuulduraa ilaalchisees ifa nuu kenna.

Maal Sitti Fakkaata?

Gaaffii kana ilaalchisee wanta namoonni tokko tokko yaadanii fi wanta Kitaabni Qulqulluun barsiisu ilaali.