MASARAA EEGUMSAA Lakk. 2 2016 | Yesus kan Dhiphatee fi kan Duʼe Maaliifi?

Namni tokko waggoota 2,000 dura ajjeefamuun isaa faayidaa siif argamsiisu qabaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dhugumaan kun Raawwatamee Turee?

Yesusiin ilaalchisee wanti Wangeelonni dubbatan dhugaa akka taʼan kan mulʼisu maali dha?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yesus kan Dhiphatee fi kan Duʼe Maaliifi?

Yesus duʼuun isaa kan si fayyadu akkamitti?

Kiristiyaanonni Iddoowwan Qulqulluutti Waaqeffachuu Qabuu?

Dhabbileen amantii addunyaa guguddaa hedduun iddoowwan qulqulluu qabu. Bakkawwan kanatti waaqeffachuun faayidaa addaa qabaa?

Akeekkachiisa Kenname Hordofuun Lubbuu Kee Oolchuu Dandaʼa!

Raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu balaan dhufaa akka jiru ilaalchisee mallattoo ifa taʼe kennu. Maarree atoo tarkaanfii ni fudhattaa?

Boqonnaa fi Lakkoofsa—Kitaaba Qulqulluutti kan Dabale Eenyu?

Lakkoofsaan qoqqoodamuun isaa namoota hedduu biratti fudhatama kan argate maaliifi?