Dhimma ijoo ta'etti seeni

“Yihowaan Akka Gammadan Isaan Godhe”

Zarubaabel, Iyaasuun inni luba ol aanaa taʼee fi Israaʼeloonni boojuudhaa deebiʼan mormiin isaan mudatus ija jabinaa fi amantii akka qaban argisiisuudhaan gammachuu isaanii eeganii jiraachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baradhu. Izraa 1:1-6; 3:1-6, 10-13; 4:1-7, 11-16; 5:3-5; 6:6-12, 22; Haagee 1:2-11; 2:3-9; Zakaariyaas 1:12-16; 2:7-9; 3:1, 2; 4:6, 7 irratti kan hundaaʼe.