2022-2023 Walgaʼii Aanaa Dhugaa Baatota Yihowaa Kan Ilaaltuun Ol Aanaa Aanaa Irratti Argamu
Maatii Yihowaa Tokkummaa Qabu
Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa ilaaltuun ol aanaa aanaa irratti argamuuf qophaaʼe.
Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
Gaaffiiwwan kun sagantaa kana keessatti deebii ni argatu.