Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2021

Jimaata

Sagantaan Jimaataa Luqaas 17:5 isa, “Amantii keenya nuuf guddisi” jedhu irratti hundaaʼe.

Sanbadduraa

Sagantaan Sanbadduraa Yihudaa 3 isa, ‘Amantii sanaaf jabaadhaa lolaa’ jedhu irratti hundaaʼe.

Dilbata

Sagantaan Dilbataa Maatewos 21:21 isa, “Amantii yoo qabaattan . . . , ni taʼa” jedhu irratti hundaaʼe.

Odeeffannoo

Odeeffannoo namoota walgaʼii naannoo irratti argaman fayyadu.