Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waaqeffannaadhaaf Fakkiiwwanitti Fayyadamuun Waaqayyo Duratti Fudhatama Qabaa?

Waaqeffannaadhaaf Fakkiiwwanitti Fayyadamuun Waaqayyo Duratti Fudhatama Qabaa?

Waaqayyo ijaan hin mulʼatu. Maarree Waaqa nuti ijaan arguu hin dandeenyetti dhihaachuu kan dandeenyu akkamitti? Wantoota ijaan argamanitti yoo fayyadamne Waaqayyotti dhihaachuuf nu gargaaruu?