Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kuusaa Keenya Keessaa

Waaʼee namootaa fi taʼeewwan seenaa ammayyaa Dhugaa Baatota Yihowaa keessatti argamanii dubbisi.

Taʼeewwan Seena Qabeessa

Misiraachicha Tamsaasuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa ergaa Mootummichaa babalʼisuuf buufata raadiyoo WBBR kan fayyadaman akkamitti?

“Yeroo Iddoo Guddaa Qabu”

Masaraan Eegumsaa Xiyoon, yeroon Ayyaana Yaadannoo duʼa Kiristos “yeroo iddoo guddaa qabu” akka taʼe ibseera; dubbistoonni akka ayyaaneffatanis jajjabeesseera. Ayyaanni Yaadannoo haala akkamiitiin kabajamaa ture?

‘Hojiin Midhaan Sassaabuu Hedduun Hojjetamuu Qaba’

Biraaziilitti Dhugaa Baatonni 760,000 ol taʼan misraachoo lallabaa jiru. Ameerikaa Kibbaatti hojii midhaan sassaabuu kan jalqaban akkamitti?

Iddoo Nyaataa Sana Kan Geggeessu Jaalala

Walgaʼii gurguddaa Dhugaa Baatota Yihowaa irratti argamuu kan jalqabde bara 1990 booda yoo taʼe, qophiin nyaataa waggoota hedduudhaaf itti fayyadamaa turre si dinqisiisa taʼa.

Sanyiin Mootummichaa Inni Jalqabaa Poortugaal Keessatti kan Facaafame Akkamitti?

Labsitoonni Mootummichaa jalqabaa Poortugaal keessa turan gufuuwwan akkamii moʼaniiru?

1870 Hanga 1918

Aayerlaandi Keessatti Haasaawwan Sabaa Misiraachicha Babalʼisaniiru

Midhaan ‘bilchaatee fi haammamuuf gaʼee’ akka ture obboleessa keenya Raasil kan amansiise maali dha?

Seenaa Amantii Waggaa 100 Lakkoofsise

Fiilmiin ‘Footoo Diraamaa oov Kiriʼeeshin’ jedhamu barana waggaa 100 kan guutu siʼa taʼu, kaayyoonsaa amantii namoonni Macaafa Qulqulluurratti qaban cimsuu ture.

“Yureekaa Diraamaan” Namoonni Baayʼeen Dhugaa Macaafa Qulqulluu Akka Argatan Gargaareera

“Footoo Diraamaa oov Kiriʼeeshiniin” gabaabbatee dhihaate kun bakka fagoo taʼetti, bakka ibsaan hin jirrettillee argisiifamuu ni dandaʼa.

“Firii Yihowaadhaaf Ulfina Fidu Sassaabaan Jira”

Barattoonni Kitaaba Qulqulluu yeroo Waraana Addunyaa 1 ffaatti siyaasa irraa walaba taʼuu akka qaban hubachuu baatanis amalli isaanii buʼaa argamsiiseera.

‘Yeroo Qorumsaatti’ Jabaatanii Dhaabataniiru

Waraana Addunyaa Isa Tokkoffaa bara 1914 jalqaberratti, Barattoonni Macaafa Qulqulluu siyaasarraa walaba taʼuunsaanii kan beekame akkamitti akka taʼe dubbisi.

1919 Hanga 1930

“Warra Hojichi Imaanaadhaan Itti Kennameef”

Wanti bara 1919tti raawwatame addunyaa maratti hojiin dhiibbaa gaarii geessisu tokko akka jalqabu godheera.

“Garaan Keenya Yeroo Kam Iyyuu Caalaa Hinaaffaa fi Jaalalaan Guutamee Ture”

Barattoonni Kitaaba Qulqulluu walgaʼii guddaa bara 1922⁠tti godhan booda, gorsa Mootummichaa fi mootummaa isaa beeksisaa!” jedhu hojii irra kan oolchan akkamitti?

‘Ergaa Kanaan Dura Dhagaʼame Hunda Kan Caaludha’

Bara 1926tti Bartoonni Macaafa Qulqulluu (Dhugaa Baatonni Yihowaa bara sanatti maqaa kanaan waamamau turan) magaalota Kaanaadaa afur keessatti buufata raadiyoo dhuunfaasaanii qabu turan.

Biyya Baha Biiftuutti Ifni Mulʼachuu Jalqabe

Konkolaattonni haala adda taʼeen hojjetamaniifi “Yehuu” jedhaman hojiin Mootummichaa Jaappaan keessatti akka guddatu gargaaraniiru.

‘Wanta Hin Irraanfatamneefi’ Yeroosaatti Dhufe

“Kiriʼeeshin Diraamaa” inni haaraan, Dhugaa Baatota Jarmanitti argaman, Waraana Addunyaa lammaffaarratti qorumsa amantii isaan mudate akka moʼan kan isaan gargaare akkamitti akka taʼe baradhu.

“Yihowaan Gara Faransaay Kan Isin Fide Dhugaa Akka Dhageessaniifi”

Walii galteen bara 1919tti Faransaayii fi Poolaandi gidduu godhame wanta hin eegamne geessiseera.

‘Akkuma Qocaa Manashee Keessa Jirtuun Ture’

Dhuma bara 1929⁠tti Kufaatiin Dinagdee Guddaan addunyaarra ga’ee ture. Tajaajiltoonni yeroo guutuu yeroo rakkisaa ta’e kanatti akkamitti jiraachaa turan?

1931 Kaasee Hanga Ammaatti

Yeroo Rakkisaa Taʼetti Yihowaatti Maxxananii Jiraataniiru

Obboloota naannoowwan Awurooppaan Waraana Addunyaa Lammaffaatiin barbadaaʼan keessa jiraataniif jireenyi salphaa hin turre. Obboloota kanarraa maal baranna?

Biyya Qoqqoodame Keessatti Tokkummaa Qabaachuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Afrikaa Kibbaa keessa jiraatan sirna appaartaayidii kan dandamatan akkamitti? Seenaa isaanii kanarraahoo maal baranna?

Dhaabbata Aadaa Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Barsiisu

Meeksikootti Dhugaa Baatonni Yihowaa waggaa 50f maqaa dhaabbata siviilii fi aadaatiin beekamtii seera argataniiru. Waaqeffannaan keenya kan daangeffame taʼus Yihowaan hojii keenya eebbisuu isaa akka itti fufe arguu dandeenyeerra.

“Wanti Aduu Jala Jiru Kam Iyyuu Isin Dhowwuu Hin Qabu!”

Tajaajiltoonni yeroo guutuu addaa Faransaay keessa turan waggoota 1930mmaniitti gama hinaaffaa fi obsaan fakkeenya guddaa taʼu.

“Karaan Gar Malee Rakkisaa taʼe ykn Gar Malee Dheeraa Taʼe hin Jiru”

Xumura bara 1920mmanii fi jalqaba bara 1930mmaniitti, qajeelchitoonni hinaaffaa qaban misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo baadiyyaa Awustiraaliyaa keessatti babalʼisuuf kutannoo akka qaban argisiisaniiru.

“Walgaʼii Itti Aanu Yoom Godhanna Laata?”

Walgaʼii xinnoo magaalaa Meeksikoo keessatti bara1932⁠tti gaggeeffame kana adda kan taasise maali dha?

Mootichi Baay’ee Gammade!

Mootiin Siwaazilaandii tokko akkamitti dhugaa Macaafa Qulqulluu akka dhaga’e dubbisi.

Laayitbiirari Ifa Hafuuraa Kibba Baha Eeshiyaatti Geesse

Mormiin jiraatus, imaltoonni Laayitbiirari muraasni ifa Kitaaba Qulqulluu ija jabinaan naannoo balʼaa uummata hedduu qabutti babalʼisaniiru.

Konkolaataan Meeshaa Sagalee Guddisu Qabu Miliyoonota Biratti Beekame

“Konkolaataan Masaraa Eegumsaa meeshaa sagalee guddisu qabu” bara 1936 hanga 1941⁠tti, Dhugaa Baatonni muraasni Biraaziil keessatti argaman ergaa Mootummichaa namoota miliyoonaan lakkaaʼamaniif lallabuuf isaan dandeessiseera.

“Babalʼistoonni Mootummichaa Biritaaniyaa Keessa Jirtan—Dammaqaa!!”

Biritaaniyaa keessatti waggoota kudhaniif lakkoofsa babalʼistootaa irratti guddinni hin argamne! Wanti xumura irratti haalli isaa akka jijjiiramu godhe maali dha?

Dhugaa Baatonni Yihowaa Niiwu Ziilaandi—Nagaa Qabeeyyii fi Kiristiyaanota Waaqayyoof Bulanidhaa?

Bara 1940⁠niitti, Dhugaa Baatonni nageenya hawaasaatiif akka sodaachisan kan yaadamu maaliif ture?

Wantoota Qaban Keessaa Isa Hundumaa Irra Caalu Kennaniiru

Dhugaa Baatonni Yihowaa waraana addunyaa lammaffaa booda obboloota isaanii Jarman jiraataniif saffisaan gargaarsa kan godhan akkamitti?

Namoota Addunyaa Mara Irra Jiran Dubbisuu fi Barreessuu Akka Baratan Gargaaruu

Abbootiin taayitaa biyyota adda addaa jiran carraaqqii Dhugaa Baatonni sagantaa dubbisuu fi barreessuu barsiisuu babalʼisuuf godhaniif isaan galateeffataniiru.