Dhimma ijoo ta'etti seeni

ODUU ADDUNYAA MARAA

Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan

Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan

Dhugaa Baatota Yihowaa hanga Ebla 2024​tti sababii amantii isaaniitiin hidhaman

BAKKA

KAN HIDHAMAN

SABABII

Kiraayimiyaa

12

  • Sochii amantaa

Ertiraa

36

  • Sochii amantaa

  • Sababiin isaa hin beekamu

Raashiyaa

117

  • Sochii amantaa

Singaapoor

11

  • Tajaajila loltummaa kennuu diduu

Biyyoota Biroo

21 ol

  • Sochii amantaa

Dimshaasha

197 ol

 

Akka dhaabbanni Walii Galtee Mirgoota Uummataa fi Siyaasaa Biyyoolessaa, Keeyyanni 18 jedhutti, buʼuurri mirga namummaa inni guddaan “Bilisummaa yaada, qalbii fi amantii namni tokko qabu” dha. a Haa taʼu malee, Dhugaa Baatonni Yihowaa mirga buʼuuraa isaanii sarbamaniiru; akkasumas karaa sirrii hin taaneen hidhamaniiru, gara jabinaan dararamaniiru. Dhugaa Baatota hidhaman keessaa hedduun isaanii sochii amantii isaanii wajjin wal qabate waan raawwataniifi. Kaanimmoo tajaajila loltummaa akka kennan qalbiin isaanii waan isaaniif hin heyyamneefi.

a Dabalataan Labsii Walii Galaa Mirgoota Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Keeyyata 18 fi Labsii Mirgoota Namummaa Awurooppaa, Keeyyata 9 ilaali.