Dhimma ijoo ta'etti seeni

Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?

Dargaggoonni rakkoo jireenya isaanii keessatti isaan mudatee fi akkaataa itti rakkoo kana damdamatan yeroo ibsan ilaali.

 

Warra Koo Wajjin Haasaʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Hamma ati yaadde caalaa faayidaa guddaa qaba.

Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Moobaayilii

Dargaggoota hedduudhaaf moobaayiliin ittiin bilbiluuf qofa kan tajaajilu miti. Itti fayyadamni moobaayilii gaarii fi gadhee taʼan maal faʼi?

Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Ijoollee abbaa humnaa taʼan jijjiiruu hin dandeessan taʼa, tarkaanfii fudhattan garuu jijjiiruu dandeessu.

Hiriyoonni Kee Waaʼee Harʼa Boru Jechuu Maal Jedhu?

Dargaggoonni waaʼee miidhaa harʼa boru jechuun qabuu fi faayidaa yeroo ofii ogummaadhaan fayyadamuun qabu yommuu dubbatan dhaggeeffadhu.

Ani Eenyu?

Deebii isaa beekuun kee haalawwan ulfaatoo taʼan dandamachuuf si gargaara.

Dhiibbaa Hiriyaa Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamni Kitaabni Qulqulluun kennu si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dargaggoonni Waaʼee Dhaabbii Toluu Maal Jedhu?

Dargaggoonni bifa isaaniitiif ilaalcha madaalamaa qabaachuun maaliifi isaanitti ulfaata? Maaltu isaan gargaara?

Waaʼeen Miidhagina Kootii Garmalee kan Na Dhiphisu Maaliifi?

Miira kee toʼachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

Dhiibbaa Gaaʼela Dura Saalqunnamtii Akkan Raawwadhu Narra Gaʼu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Qajeelfamni Kitaaba Qulqulluu sadii qorumsa si irra gaʼu dandamachuuf si gargaara.

Dargaggoonni Waaʼee Waaqayyotti Amanuu Dubbatu

Viidiyoo daqiiqaa sadii kana keessatti dargaggoonni Uumaan jiraachuu isaa wanta isaan amansiise dubbatu.

Waaqayyootti Amanuun Sirriidhaa?

Dargaggoota shakkii isaanii moʼanii fi amantii isaanii cimsatan lamaa wajjin wal bari.

Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?

Deebiin isaa jireenya caalaatti gammachiisaa taʼe qabaachuuf si gargaara.

Dargaggoonni Waaʼee Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu Yeroo Dubbatan

Dubbisuun carraaqqii gochuu gaafata. Taʼus, Kitaaba Qulqulluu dubbisuun baayʼee nama kiisa. Dargaggoonni afur Kitaaba Qulqulluu dubbisuu isaaniitiin faayidaa akkamii akka argatan yeroo dubbatan dhaggeeffadhu.

Sababan Itti Amane—Ulaagaalee Waaqayyoo Moo Kan Koo?

Dargaggoonni lama miidhaa barattoota daree isaaniirra gaʼerraa kan oolan akkamitti akka taʼe ibsaniiru.

Dogoggorawwan Koo Sirreessuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Deebiin isaa kan ati yaaddu caalaa salphaa taʼuu dandaʼa.

Kaameroon Jireenya Hunda Irra Wayyu Argatteetti

Jireenya gammachiisaa qabaachuu barbaaddaa? Kaameroon iddoo namoonni baayʼeen gammachuun ni argama jedhanii hin eegnetti akkamitti gammachuu akka argatte yeroo dubbattu dhaggeeffadhu.