Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Jireenya Dargaggummaa Koo—Dogoggorawwan Koo Sirreessuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Jireenya Dargaggummaa Koo—Dogoggorawwan Koo Sirreessuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Taaliyaa fi Jooseen dogoggora tokko raawwachuun dogoggora kan biraa raawwachuutti akka nama geessu hubataniiru. Maarree dogoggora hedduu raawwachuurraa of qusachuuf maaltu isaan gargaare?