Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Zimbaabwee

  • Godina Maatooboo, Zimbaabuwee—Manaa gara manaatti tajaajiluu

Odeeffannoo Gabaabaa—Zimbaabwee

  • 15,179,000—Baayʼina uummataa
  • 48,748—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 961—Gumiiwwan
  • 1 nama 324f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yihowaan Daandii Koo Akka Qajeelchu Heyyameera

Seenaa Jireenyaa: Kiit Iitan

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Namoota Balaan Isaan Irra Gaʼe Gargaaruu

Bara tajaajilaa 2020⁠tti obboloonni keenya miliyoonatti lakkaaʼaman sababa dhibee daddarbaa fi balaa uumamaatiin miidhamaniiru. Isaan gargaaruuf maaltu godhame?