MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2023

Maxxansi kun mata dureewwan Amajjii 8–Guraandhala 4, 2024​tti qoʼataman qabateera.

MATA DUREE QOʼANNAA 46

Yihowaan Lafa Jannata Akka Godhu Nuuf Mirkaneesseera

Torban Amajjii 8-14, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNA 47

Jaalala Waliif Qabnu Cimsachuu Keenya Itti haa Fufnu

Torban Amajjii 15-21, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 48

Yeroo Rakkinaatti Yihowaan Akka Si Gargaaru Amani

Torban Amajjii 22-28, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

MATA DUREE QOʼANNAA 49

Yihowaan Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?

Torban Amajjii 29–​Guraandhala 4, 2024 keessatti kan qoʼatamu.

SEENAA JIREENYAA

Yihowaatti Amanamuudhaan Nagaa Dhugaa Argachuu Dandaʼeera

Seenaa jireenyaa: Israaʼel Itaajobii.

Huldaan Galma Ishiirra Geesse

Huldaan taableetii tajaajilaa fi walgaʼiidhaaf ishii fayyadu argachuu kan dandeesse akkamitti?