Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?

Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?

Daawit gaaffii sirrii kan dhiheesse taʼus, Naabaal isaa fi namoota isaa arrabseera (1Sa 25:7-11; ia 89-90 key. 10-12)

Daawit miiraan kakaʼee dhiirota mana Naabaalitti argaman ajjeesuu barbaadee ture (1Sa 25:13, 21, 22)

Abigaayil Daawit dhiiga dhangalaasuu irraa akka of qusatu isa gargaarteetti (1Sa 25:25, 26, 32, 33; ia 92 key. 18)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yommuun aaru, yommuun waa bitu ykn abdii kutadhu yeroo tokko tokko miiraan kakaʼee tarkaanfii nan fudhadhaa? Moo tarkaanfii fudhachuu koo dura takka dhaabbadheen miidhaa inni geessisu irratti yaada?’—Fak 15:28; 22:3.