Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 13, 2000—Guyyaa Yaadatamuu Qabu

Bitootessa 13, 2000—Guyyaa Yaadatamuu Qabu

Bitootessa 13, 2000—Guyyaa Yaadatamuu Qabu

YESUS galgala du’asaa dura maxinoo raacitii hin qabneefi wayinii ergamootasaatiif kennuudhaan maxinichaafi wayinicharraa akka hirmaata isaan ajaje. Akkasumas “Kanas seenaa kootiif [“yaadannoo kootiif,” NW] godhaa” jedhee isaanitti hime.—Luqaas 22:19.

Waggaa kanatti, yaadannoon du’a Yesus Sanbadduraa Bitootessa 13, 2000 (Bitootessa 22, 2008) erga biiftuun lixxee booda kabajama. Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti argaman, galgala addaa kana akkuma Yesus abboometti ayyaana kana kabajuuf walitti qabamu. Atis ayyaana kanarratti akka nu wajjin argamtu kabajaan si afeerra. Iddoofi sa’aatii ayyaanni kun itti kabajamu Dhugaa Baatota Yihowaa naannookeetti argaman gaafachuu dandeessa.