Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A6-B

Chartii: Raajotaa fi Mootota Yihudaa fi Israaʼel (Kutaa 2)

Mootota, Mootummaa Kibbaa (Kan itti fufe)

Dh.K.D. 777

Yootaam: waggaa 16

762

Akaaz: waggaa 16

746

Hisqiyaas: waggaa 29

716

Minaasee: waggaa 55

661

Amoon: waggaa 2

659

Yosiyaas: waggaa 31

628

Yehoʼahaaz: jiʼa 3

Yehoyaaqiim: waggaa 11

618

Yehoyaakiin: jiʼa 3 fi guyyaa 10

617

Zedeeqiyaa: waggaa 11

607

Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii weerartoota Baabilon Nebukadnezaariin geggeeffamaniin balleeffame. Zedeeqiyaan inni hidda dhalootaa Daawit keessaa lafa irratti mootii isa dhumaa ture aangoo irraa buufame

Mootota, Mootummaa Kaabaa (Kan itti fufe)

Dh.K.D. n. 803

Zakkaariyaas: akka inni bulchetti kan galmaaʼe jiʼa 6 qofa

Zakkaariyaas bulchuu kan jalqabe taʼus, hanga n. 792tti bulchiinsi isaa guutummaatti harka isaatti akka hin galle haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama

n. 791

Shaalum: jiʼa 1

Menaahem: waggaa 10

n. 780

Peqaayaa: waggaa 2

n. 778

Peeqaa: waggaa 20

n. 758

Hosheʼaa: n. 748 kaasee waggaa 9

n. 748

n. 748tti bulchiinsi Hosheʼaa sirriitti kan cime ykn mootii Asoor Tiglaat Pileseer Sadaffaa irraa gargaarsa kan argate fakkaata

740

Asoor Samaariyaa weerartee Israaʼeliin injifatte; Mootummaan gosa Israaʼel kurnanii inni kaabaa ni balleeffame

  • Maqaa Raajotaa

  • Isaayyaas

  • Miikiyaas

  • Sefaaniyaa

  • Ermiyaas

  • Naahom

  • Anbaaqom

  • Daaniʼel

  • Hisqiʼel

  • Obaadiyaa

  • Hoseʼaa