Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

‘Yeroo Hunda haa Gammannu’

‘Yeroo Hunda haa Gammannu’

Garagalfadhu:

  1. 1. Uumamasaa daawwadhu.

    Hoʼa aduu qaammadhu.

    Eebbasaa nuu kenne—nu guddise, nuuf yaada ʼnni.

    Kana caalaayyuummoo waan nu jaallatuuf, nun gatu inni.

    (BUUSAA)

    Garaa guutuu faarsaa Yihowaa.

    Isa tajaajilaa.—

    Gammachuu isatu nuuf hawwa.

    Maaliyyuu yoo dhufe,

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

  2. 2. Tokkummaa cimaa qabna—

    Hundumaa kan boonsu.—

    Waaqarraa argame, eenyu addaan kan nu baasu?

    Bilisummaa dhorkamnus, gammaduu garuu hin dhowwamnu.

    (BUUSAA)

    Garaa guutuu faarsaa Yihowaa.

    Isa tajaajilaa.—

    Gammachuu isatu nuuf hawwa.

    Maaliyyuu yoo dhufe,

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

    (CEESISA)

    Lafti jannata taati, bara baraaf turti.

    Aarsaan Yesuus dhiheesse bilisa nu godhe.

    (BUUSAA)

    Garaa guutuu faarsaa Yihowaa.

    Isa tajaajilaa.—

    Gammachuu isatu nuuf hawwa.

    Maaliyyuu yoo dhufe,

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Haa gammannu! Haa gammannu!

    Yeroo hunda haa gammannu!

    Haa gammannu!