Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa kan Jiru Akkamitti?

Hojiin Dhugaa Baatota Yihowaa buusii fedhiidhaan godhamuun deggerama. Buusiiwwan kunneen namoota guutummaa addunyaa irra jiran gargaaruuf akkamitti faayidaa irra akka oolan ilaali.

Galmawwan Walgaʼii Keenya Suphuu

Addunyaa maratti, Galma Walgaʼii 60,000 ol qabna. Kan isaan suphinu akkamitti?

Gargaarsa Yeroo Balaa Bara 2023—“Jaalala Yihowaa . . . Jireenya Keenya Keessatti Argineerra”

Carraaqqii gargaarsa yeroo balaa bara 2023 irraa buʼaa gaarii akkamiitu argame? Carraaqqiin godhame kun jaalala Yihowaa kan argisiise akkamitti?

Hojii Ijaarsaa Lallabuuf Nu Gargaaru

Hojiin ijaarsaa hojii Mootummicha lallabuu irratti shoora guddaa taphata. Buusiin maallaqaa gootan hojii gamoowwan waajjira damee ijaaruu fi suphuu barbaachisaa taʼe deggeruuf kan oolu akkamitti?

Gamoowwan Barsiisaa Keenya Guddichaaf Ulfina Fidan

Gamoowwan manneen barumsaa tiʼookraasiitiif qofa tajaajilu barsiisotaa fi barattoota fayyadaa kan jiru akkamitti?

Gaariiwwan ‘Saboota Hundumaatiif Ragaa Baʼuuf’ Fayyadan

Gaariin barreeffamaa keenya addunyaa maratti beekamaa kan taʼedha. Diizaayiniin gaarii kanaa fooyyaʼaa kan deeme akkamitti?

Gargaarsa Yeroo Balaa 2022—Jaalala Obbolummaa Hojiidhaan Argisiifame

Bara 2022​tti, namoota balaan irra gaʼe kan gargaarre akkamitti?

Yeroo KOOVIID-19​tti Qulqullina Galma Walgaʼii Eeguu

Caamsaa 1, 2022 kaasee qaamaan walgaʼiirratti argamuu jalqabneerra. Galmi Walgaʼii walitti qabamuuf mijataa akka taʼu gochuun maalfaa akka dabalatu bari.

Namoonni Gurri Isaanii hin Dhageenye Matumaa hin Dagatamne

Afaan mallattoo 100 ol taʼaniin viidiyoowwan qabna! Kan qopheessinuu fi kan raabsinu akkamitti?

Yeroo ‘Waraannii fi Oduun Waraanaa’ Jirutti Gargaarsa Gochuu

Yeroo Yuukreenitti waraanni cimaan geggeeffamaa jiru kanatti obboloota keenyaaf gargaarsi godhamaa kan jiru akkamitti? Gargaarsi kun buʼaa akkamii argamsiise?

Meeshaa Addaa Kitaaba Qulqulluu Qayyabsiisuuf Gargaaru

Kitaabni Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! kitaabota kanaan dura maxxansine irraa haala adda taʼeen meeshaalee adda taʼan irraa hojjetame. Caalaatti bari.

Gargaarsa Yeroo Balaa 2021—Obbolootaafi Obboleettota Keenya hin Ganne

Bara 2021⁠tti biyyoonni tokko tokko weerara dhibee KOOVIID-19 qofa utuu hin taʼin balaawwan gurguddaa gaʼan kan birootiif gargaarsi isaan barbaachiseera.

Oduuwwan Amanamuu Dandaʼanii fi Amantii namaa Cimsan

Waaʼee obboloota keenya addunyaa mara irra jiranii karaa Oduu jw.org waan argannuuf baayʼee galateeffanna. Haa taʼu malee, seenaawwan oduuf taʼan kan qophaaʼan akkamitti?

Faarfannaawwan Caalaatti Waaqayyotti Nu Dhiheessan

Faarfannaawwan addaa keessaa baayʼee kan jaallattu qabdaa? ‘Faarfannaan kun akkamitti hojjetama?’ jettee hoo gaafattee beektaa?

Tuqaalee Jireenya koo Jijjiiran

Barreeffamoota bireeyilii qopheessuu qofa utuu hin taʼin namoonni akkamitti bireeyilii akka dubbisanis ni barsiisna.

Mana Kitaaba Harka Keessan Irra Jiru

Appilikeeshiniin JW Library “faayidaan isaa gatiidhaan kan shallagamu miti” jedhameera. Itti fufsiisuu fi fooyyessuuf carraaqqii akkamii akka gaafatu ilaali.

Hojii Gargaarsaa Yeroo Weerarri Dhibee Jiru kanatti Addunyaa Maratti Raawwatame

Hojiin gargarsaa yeroo weerara dhibee KOOVIID-19​tti taasifame namoota Dhugaa Baatota Yihowaa ta‵anis ta‵e namoota kaan ajaa‵ibsiisaniiru.

Misiyoonota “Hanga Andaara Lafaatti”

Misiyoonota dirree 3,000 ol taʼanii fi addunyaa maratti tajaajilan qabna. Wantoonni isaan barbaachisan kan isaaniif guutaman akkamitti?

Naannichatti Mirga Amantii Kabachiisuu

Mormitoonni, Dhugaa Baatonni Yihowaa walaba taʼanii waaqeffannaa isaanii akka hin godhanne yeroo doorsisanitti obboloonni keenya yeruma sana tarkaanfii fudhataniiru.

Tamsaasa Saatalaayitii Dhugaa Baatota Yihowaa Bakka Intarneetiin hin Jirretti Tajaajilu

Obboloonni Afriikaa Intarneetii dhabanis sagantaa JW Biroodkaastingii kan ilaalan akkamitti?

Waajjiroota Hiikkaa Fagoo Namoota Miliyoonaan Lakkaaʼaman Fayyadaa Jiru

Bakki hiiktonni jiraatan qulqullina hojii hiikkaa irratti jijjiirama akkamii akka qabu bari.

Kitaaba Hunda Caalaa Barbaachisaa Taʼe Qopheessuu

Hiika Addunyaa Haaraa hiikuu, maxxansuu fi qopheessuun isa ati yaaddu caalaa waan hedduu dabalata.

Mana Barumsaa Giiliyaad—Addunyaa Maraa

Barumsi barbaachisaan Niwu Yoorkitti kan kennamu siʼa taʼu barattoonni addunyaa maraa irraa dhufan ni hirmaatu. Barattoonni mana barumsaa kana kan dhufan akkamitti?

Ijaarsa Dhibee Daddarbaan Jalqabuu Isaa Dura Milkaaʼinaan Xumurame

Waggaa tajaajilaa 2020⁠tti iddoowwan waaqeffannaa 2,700 ol ijaaruuf ykn haaressuuf karoorfanneerra. Dhibee daddarbaan COVID-19 karoorawwan kana irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti?

Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera

Hojiin keenya biyyoota maallaqa gaʼaa hin qabne keessatti raawwatamu kan deggeramu akkamitti?

Saanduqa Xiqqoo Nyaanni Hafuuraa Ittiin Dhihaatu

Dhugaa Baatonni Yihowaa hedduun yeroo ammaatti Intarneetii malee barreeffamoota bifa dijitaalaatiin qophaaʼan buufachuu dandaʼaniiru.

Viidiyoon Walgaʼii Naannoo 2020 ‘Yeroo Hundumaa Gammadaa’! Jedhu kan Qophaaʼe Akkamitti?

Viidiyoowwan walgaʼii naannoo keenya irratti dhihaatan qopheessuun maalfaa dabalata?

Walgaʼiin Naannoo 2020 ‘Yeroo Hundumaa Gammadaa’! Jedhu kan Hiikame Akkamitti?

Haasaawwan, diraamaawwanii fi faarfannaawwan afaanota 500 oliin saffisaan kan hiikaman akkamitti?

Viidiyoo Konfiransiidhaan Walgaʼiiwwan Gumii Gochuu

Jaarmiyichi gumiiwwan viidiyoo konfiransiidhaan walgaʼii akka godhataniif akkaawuntii Zoom gatii guddaa hin baasisnee fi nageenyi isaa amansiisaa taʼe akka argatan isaan gargaaraa kan jiru akkamitti?

BARREEFFAMOOTA

IJAARUU FI SUPHUU

Galmawwan Walgaʼii Keenya Suphuu

Addunyaa maratti, Galma Walgaʼii 60,000 ol qabna. Kan isaan suphinu akkamitti?

Hojii Ijaarsaa Lallabuuf Nu Gargaaru

Hojiin ijaarsaa hojii Mootummicha lallabuu irratti shoora guddaa taphata. Buusiin maallaqaa gootan hojii gamoowwan waajjira damee ijaaruu fi suphuu barbaachisaa taʼe deggeruuf kan oolu akkamitti?

Gamoowwan Barsiisaa Keenya Guddichaaf Ulfina Fidan

Gamoowwan manneen barumsaa tiʼookraasiitiif qofa tajaajilu barsiisotaa fi barattoota fayyadaa kan jiru akkamitti?

Yeroo KOOVIID-19​tti Qulqullina Galma Walgaʼii Eeguu

Caamsaa 1, 2022 kaasee qaamaan walgaʼiirratti argamuu jalqabneerra. Galmi Walgaʼii walitti qabamuuf mijataa akka taʼu gochuun maalfaa akka dabalatu bari.

Waajjiroota Hiikkaa Fagoo Namoota Miliyoonaan Lakkaaʼaman Fayyadaa Jiru

Bakki hiiktonni jiraatan qulqullina hojii hiikkaa irratti jijjiirama akkamii akka qabu bari.

Ijaarsa Dhibee Daddarbaan Jalqabuu Isaa Dura Milkaaʼinaan Xumurame

Waggaa tajaajilaa 2020⁠tti iddoowwan waaqeffannaa 2,700 ol ijaaruuf ykn haaressuuf karoorfanneerra. Dhibee daddarbaan COVID-19 karoorawwan kana irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti?

BULCHIINSA

Naannichatti Mirga Amantii Kabachiisuu

Mormitoonni, Dhugaa Baatonni Yihowaa walaba taʼanii waaqeffannaa isaanii akka hin godhanne yeroo doorsisanitti obboloonni keenya yeruma sana tarkaanfii fudhataniiru.

Wanti Isaan Irraa Hafe Hirʼina Warra Kaanii Guuteera

Hojiin keenya biyyoota maallaqa gaʼaa hin qabne keessatti raawwatamu kan deggeramu akkamitti?

LALLABUU FI BARSIISUU

Gaariiwwan ‘Saboota Hundumaatiif Ragaa Baʼuuf’ Fayyadan

Gaariin barreeffamaa keenya addunyaa maratti beekamaa kan taʼedha. Diizaayiniin gaarii kanaa fooyyaʼaa kan deeme akkamitti?

Misiyoonota “Hanga Andaara Lafaatti”

Misiyoonota dirree 3,000 ol taʼanii fi addunyaa maratti tajaajilan qabna. Wantoonni isaan barbaachisan kan isaaniif guutaman akkamitti?

Mana Barumsaa Giiliyaad—Addunyaa Maraa

Barumsi barbaachisaan Niwu Yoorkitti kan kennamu siʼa taʼu barattoonni addunyaa maraa irraa dhufan ni hirmaatu. Barattoonni mana barumsaa kana kan dhufan akkamitti?

Viidiyoon Walgaʼii Naannoo 2020 ‘Yeroo Hundumaa Gammadaa’! Jedhu kan Qophaaʼe Akkamitti?

Viidiyoowwan walgaʼii naannoo keenya irratti dhihaatan qopheessuun maalfaa dabalata?

Walgaʼiin Naannoo 2020 ‘Yeroo Hundumaa Gammadaa’! Jedhu kan Hiikame Akkamitti?

Haasaawwan, diraamaawwanii fi faarfannaawwan afaanota 500 oliin saffisaan kan hiikaman akkamitti?

Viidiyoo Konfiransiidhaan Walgaʼiiwwan Gumii Gochuu

Jaarmiyichi gumiiwwan viidiyoo konfiransiidhaan walgaʼii akka godhataniif akkaawuntii Zoom gatii guddaa hin baasisnee fi nageenyi isaa amansiisaa taʼe akka argatan isaan gargaaraa kan jiru akkamitti?

GARGAARSA YEROO BALAA

Gargaarsa Yeroo Balaa Bara 2023—“Jaalala Yihowaa . . . Jireenya Keenya Keessatti Argineerra”

Carraaqqii gargaarsa yeroo balaa bara 2023 irraa buʼaa gaarii akkamiitu argame? Carraaqqiin godhame kun jaalala Yihowaa kan argisiise akkamitti?

Gargaarsa Yeroo Balaa 2022—Jaalala Obbolummaa Hojiidhaan Argisiifame

Bara 2022​tti, namoota balaan irra gaʼe kan gargaarre akkamitti?

Yeroo ‘Waraannii fi Oduun Waraanaa’ Jirutti Gargaarsa Gochuu

Yeroo Yuukreenitti waraanni cimaan geggeeffamaa jiru kanatti obboloota keenyaaf gargaarsi godhamaa kan jiru akkamitti? Gargaarsi kun buʼaa akkamii argamsiise?

Gargaarsa Yeroo Balaa 2021—Obbolootaafi Obboleettota Keenya hin Ganne

Bara 2021⁠tti biyyoonni tokko tokko weerara dhibee KOOVIID-19 qofa utuu hin taʼin balaawwan gurguddaa gaʼan kan birootiif gargaarsi isaan barbaachiseera.

Hojii Gargaarsaa Yeroo Weerarri Dhibee Jiru kanatti Addunyaa Maratti Raawwatame

Hojiin gargarsaa yeroo weerara dhibee KOOVIID-19​tti taasifame namoota Dhugaa Baatota Yihowaa ta‵anis ta‵e namoota kaan ajaa‵ibsiisaniiru.

Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.