MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Waxabajjii 2015

Barruun kun mata dureewwan qayyabannaa Adoolessa 27 hanga Hagayya 30, 2015tti qayyabataman qabateera.

Kiristos—Humna Waaqayyoo Ti

Dinqiin Yesus raawwate kan fayyade namoota Israaʼel durii keessa jiraatan qofa miti; yeroo dhihootti ilmaan namootaatiif maal gochuuf akka jirus ni argisiisu.

Namoota Ni Jaallata Ture

Karaan Yesus dinqiiwwan itti raawwate wanta isatti dhagaʼamu ilaalchisee maal mirkaneessa?

Qulqulluu Taanee Jiraachuu Ni Dandeenya

Macaafni qulqulluun yaadawwan fedhii qulqulluu hin taanee irraa fagaachuuf nu gargaaran sadii ibsa.

“Kiingizliin Erga Dandaʼee, Anis Nan Dandaʼa!”

Kiingizliin inni Sirii Laankaa jiraatu, kutaa daqiiqaa muraasaa qophaaʼuuf haalawwan rakkisaa taʼan hedduu moʼuun isa barbaachiseera.

Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 1

Yesus kadhannaa kana yeroo jalqabu “Abbaa koo” jechuu mannaa “Abbaa keenya” kan jedhe maaliifi?

Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa—Kutaa 2

Waaqayyo guyyaa guyyaatti nyaata nu barbaachisu akka nuu kennu yommuu kadhannu, wanta nyaata foonii nuuf qofa barbaachisu gaafachuu irra caalu gochaa jirra.

“Obsaan Dandaʼuun Isin In Barbaachisa”

Qophiin Yihowaan godhe afur rakkinaa fi haala ulfaataa taʼe dandaʼuuf si gargaaruu dandaʼa.

Ni Yaadattaa?

Maxxansawwan Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan dubbisteettaa? Hammam yaadachuu akka dandeessu beekuuf of qori.